Tuesday, January 28, 2014

SAREEN LEENCA GUDDISAAN HAADURREE SODAATEE

Bara 1991 yerroo Waayyaaneen aangoo qabaatee Ijoolleen Oromo wajjiin aangoo dhaaban waggaa tokko kani hojaatan wani yaadanuu. sana bodee Waayyaaneen hidaa jabaatee boodee ABO bara 1992 angoo iraa harritee ofi dhuunfaatee . hidaa ABO aangoo iraa deemee bodee , namaa keenya haadaamissu caliqaaban, kunoo amma har'atti haadaamisuu .Namni keenya kani biyyaa baay'ee , kani mana hiidhaa kani ajjeessan . kani namaa dinquu amma ammatti lafa hidoo tokko qabaachuuni hin dandeenyee . diina hinjifaachuu kani dandeenyuu yoo OROMONI TOKKO TA'EE DUWWAA DHA ,MALEE QOBAA OFI YOO DIINA MIRGA OFITI DIBAACHIISSU TA'EE MALEE WANI TOKKO GOCHUU HIN DANDEESSU. kanaafuu YOO WALI GALLAN ALAA GALLU JEDHAN . TOKKUMMAAN HUUMNAA.
Otoo kana keessa jiru , amma lammafaa warra bira wajjiin aangoo dhabuu fi yoo jeenee akka maalitu kana sii gubee jeenan ibidda jedhee, kunoo jeenan ibidda .kana argitee , lammafaa maa itti deebtee akka hin taanee .
Akka kanan dura Waayyaanee bu'aa bufnee ofii wani tokko malee haafnee hin taanee .Gootin Oromo yerroo amma diina keenya kokkee qabaan bilisummaadha diina ajjeessan du'aa yerroo jiran kana nutti gargaarsaa nura barbaachiisuu hundaa gojuu nura jira . Akka biyyoon lafa Oromo miilla diina fi ergamitu gubbuu gochuudha. Seeraa soba yoo ta'ee malee seerii ittn lafa keenya Oromiyaa qabaatee jiratu hin jiru . Tokko taanee wali galle diina FINQILAACHOO( kufa dugddaan kufaan) kuftee akka lammafaa hin kaanee gochuudha . Lafa keenya bilissa baafnee biyyaa keenya guddisuu . Amma yoomitti margaa dhooqee bukee taanee jiraana kani abbaan argee miillaa ofi itti xaragatuu .Amma kunoo Sabona Oromo FDG jechuun bilisummaa diinan (Waayyaanee fi Opdo) lolaa jiru, haa ta'uu malee umman keenya akka wani qeerrooni hiriiyaani lolaan dhabatan ilaallu dhissan bilisummaa dha harka wali qabatani jabaatan loluu .
Akka Oromoni jedhuu , dhiirra jiru dhiirrummaa hin dhuunfatan mali taanee ? nutti wali duwwaa malee diina injifaachuu hin dandeenyuu ? yoo lee huumnaa dhabinee akka Waayyaanee hin ergamnee . Qabsoon itti fufa Waayyaaneeni hin kufa

No comments:

Post a Comment