Sunday, January 26, 2014

Oromo leenca keessa baatee amma yoomitti adurree taatee haftti

Du'aan duufaa jeenan bookokku dhisaa jeedhe
Kunoo tuufaanen raadda dhaaltee. Opdon Waayyaanee hinjifaachuu irraa jira . iji badu edoon ija hin badu Oromo leenca keessa baatee Opdon amma yoomitti diina hordofitti ?
Sanyiin waan faccaasan biqilitti . Oromo leenca keessa baatee amma yoomitti adurree taatee haftti . dhigiin nama harkisaa mitti . gaafi tokko garan gubaata . budeena nama quubisuu leem...mata gubba tti beeku . Yaa opdo firri hin dhaalata malee hin bittan .Tigree(Ormii) yoomu taanan firra hin taatu kanaafuu Ormaa tti garaggaal haloofkaadhu firra tti garaggaal liqiimssi .Waayyaaneen eenyuummaafu waan hin toleefi wali galteen funduurra dhabii nura jira .Oromon haa bilisomuu . diini ofaa dhagaatti bu'ee haa ta'uu.

No comments:

Post a Comment