Sunday, July 14, 2013

Hayyudureen ABO J/Daawud Ibsaa Ummanni Oromoo Rakkoo Ulfaataan Qabamuu Ibsuun, Waamicha Qabsoo Dabarsan

Ethiopian opposition holds rare protests

July 14, 2013
Ethiopian opposition activists on Sunday demanded the release of journalists and political prisoners jailed under anti-terror legislation in demonstrations in two major towns.

In rare public outpours of anger, people marched peacefully in the towns of Gondar and Dessie, chanting "freedom" and carrying pictures of jailed politicians and journalists.

Government officials said there were around 1,500 protesters in total in both towns, while the activists themselves claimed the number to be as high as 20,000.

Oromiyaa baldhoo qoqooduuf shira wayyaaneen itti turtee fi jirtu. Nutoo gochaa diinaa kana bifa kamiin hubachaa jirra?

Adoolessa 14, 2013 | Camadaa Hundee irraa*

Wayyaaneetti mataa dhukubbii guddaa kan itti ta’ee jiru keessaa, baayyina ummata Oromoo fi baldhina dachee oromiyaa ti. Wayyabummaan oromiyaa fi ummata Oromoo xiqqeessuuf jecha eega aangoo qabattee kaastee shira dhuma hin qabne oromiyaa keessatti dalagdee jirti. Haata’uuti garuu shirri TPLF kun akka isheen barbaadetti dhugoomufii tasa hin dandeenye. Qorqalbii oromiyaan baldhoodhaa fi ummati Oromoo biyyatti keessa wayyaba jedhu balleessuuf jecha heeraa fi seera ofii tumatte dahoo godhachuudhaan ummta Oromoo irratti daba dhiifama hin qabne irratti hojattee jirti. Shira wayyaaneen hojataa turtee fi ammas itti jirtu amma tokko kaasanii ilaaluun eddu gaarii dha.

Thursday, July 11, 2013

Jawar Mohamed Interview

እንዳንተማ ቢሆን! – ይህ ግጥም ለአቤ ቶክቻዉ, ለዶክተች ፍቅሬ ቶለሳ እና ለመሰሎቻቸዉ ማስታወሻ ይሁን

በበሪሶ ገዳ*

እንዳንተማ ቢሆን!!

እንዳንተማ፡ ቢሆን፡ እንደ፡ አስተሳሰብህ
ሆነን፡ እንቀር፡ ነበር፡ አሽከር፡ ለጌቶችህ!
በስመ፡ ኢትዮጵያ፡ ብሄረ፡ ኢትዮጵያዊነት
የማይጨበጥ፡ ተረት፡ የቀን፡ ህልም፡ ቅዥት
አንድ፡ ላይ፡ ሊወቀጡን፡ ሁሉንም፡ ጨፍልቀዉ
በራሳቸዉ፡ ምስል፡ ሊሰሩን፡ ጠፍጥፈዉ
ያልሆንነዉን፡ እንድንሆን፡ ማንነት፡ ቀይረዉ
በአንድነት፡ መዶሻ፡ ብሄርን፡ ደፍጥጠዉ
የኦሮሞ፡ ልጅ፡ ኩራት፡ ወግ፡ ባህል፡ አጥፍተዉ
ሳር፡ መሬት፡ ቅጠሉን፡ ወንዝ፡ ሸንተረሩን
ሁሉን፡ ቀያይረዉ፡ አፍርሰው፡ ሊገጥሙን